вторник, 15 мая 2012 г.

DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI
Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu . 
Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani . 
Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU . 
SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA . 
FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI .
MAALI FI YOO JENEE ? 
AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE 
ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE 
ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE .
MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU .
FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE.
MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA. 
Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani .
Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU