Hodoowarree
NAMAA HIN LOOLLEENI DHEENFAA QORCHAAWanti Oromo saba bira irraa wali hin fakkaanee, natti haa badduu , natti haa hafuumee waaqa jenee , lafa jenee bira darbnaa jedhaa , isaa kana warri eeshiini semitic jedhamtuu kuni , kana akka dadhabii itti ilaalluni Oromo mataa keessa reebaa turani har'a sii reebaa jiru . gaddi qaba isaani yoo obsee dadhaabuu biyyaa fagatee gara ARUSI YOOKANI GARA BAALEE TTI GODAANAA TUREE.Ani hin qotuu jedhee bureeniAni hin qotuu lafa SidaamaaCiqciiqii lafa Sidaamaayookani birri tti naa caleessiiyookani Baalee tti naqaajeelchiiBurree gudda gafaa dheedheeruuBaalee tti galaa naa durra beenuuAkkanatti seena siirbani biyyaa ba'uu turee. har'a moo rakkooni ummata hin bayyatee malee hin xinanee. Amma TRADE MARK FOR SEMITICS THE SO CALLED ETHIOPIA jiru tti Oromo fi darbaani soba , maali fi yoo jedhee ? Hawaala Oromo gubba tti ijaaraamee Ethiopian kuni. Kani Ethiopia kana ijaaree warra semitic yoo ta'ee , kani ijaaraamee fi isaani fi malee , Oromo fi mitti .ETHIOPIAN OROMO DHA , KANI ABBA AJJEESSE ILMA TTI DARBUU . Ethiopia jechani balbaalaa Oromo cuufaa malee jiru, kani abbani argee seene namaa ajjeessu , namaa saamu , namaa hidhuu, isaa kana hojaatee kani hin gafaatamnee . otoo trade mark kuni jirachuu batee har'a Meles Zenawi akkanatti ijoollee Oromo lafa irraa hin duguuggu turee . durani dursee Ethiopian kani dhabaatee fi lafa Oromo irraa fudhaachuu dha .Oromo akka hafaa tti irraa deemu dha dhabaatee malee dhimma Oromo fi mitti .Warri Semitic kuni yoo lafa Oromo harka isaa nitti yoo bayee , jireenyi isaani gaafi jalaa tti wani kufuu fi , halkani guyyaa qabsoo godhuu akka harka isaa nitti hin banee (lafti Oromo).Kanaafuu namaa gurraachaa jedhani siirba sirbuu .AKKA MI'EEFAATANI MIIDHANI WARRA SODDAA LIQEEFAATA. AANGOO OROMO KENUU HIN BARBAADANI . AKKA WANI OFI TTI QULLAA KA'uu jedhani. Trade mark (Ethiopia)isaani dhifnee OROMIYAA keenya jabaanee ijaaruu nura jira . kani warra semitic daandiini , daandii daljeessa tti , gonkii isaa QAALLA dha . DHUGAANI KEENYA HIN MOONA
NAMAA HIN LOOLLEENI DHEENFAA QORCHAA
ОтветитьУдалитьWanti Oromo saba bira irraa wali hin fakkaanee, natti haa badduu , natti haa hafuu
mee waaqa jenee , lafa jenee bira darbnaa jedhaa , isaa kana warri eeshiini semitic jedhamtuu kuni , kana akka dadhabii itti ilaalluni Oromo mataa keessa reebaa turani har'a sii reebaa jiru . gaddi qaba isaani yoo obsee dadhaabuu biyyaa fagatee gara ARUSI YOOKANI GARA BAALEE TTI GODAANAA TUREE.
Ani hin qotuu jedhee bureeni
Ani hin qotuu lafa Sidaamaa
Ciqciiqii lafa Sidaamaa
yookani birri tti naa caleessii
yookani Baalee tti naqaajeelchii
Burree gudda gafaa dheedheeruu
Baalee tti galaa naa durra beenuu
Akkanatti seena siirbani biyyaa ba'uu turee. har'a moo rakkooni ummata hin bayyatee malee hin xinanee. Amma TRADE MARK FOR SEMITICS THE SO CALLED ETHIOPIA jiru tti
Oromo fi darbaani soba , maali fi yoo jedhee ? Hawaala Oromo gubba tti ijaaraamee Ethiopian kuni. Kani Ethiopia kana ijaaree warra semitic yoo ta'ee , kani ijaaraamee fi isaani fi malee , Oromo fi mitti .
ETHIOPIAN OROMO DHA , KANI ABBA AJJEESSE ILMA TTI DARBUU . Ethiopia jechani balbaalaa Oromo cuufaa malee jiru, kani abbani argee seene namaa ajjeessu , namaa saamu , namaa hidhuu, isaa kana hojaatee kani hin gafaatamnee . otoo trade mark kuni jirachuu batee har'a Meles Zenawi akkanatti ijoollee Oromo lafa irraa hin duguuggu turee .
durani dursee Ethiopian kani dhabaatee fi lafa Oromo irraa fudhaachuu dha .Oromo akka hafaa tti irraa deemu dha dhabaatee malee dhimma Oromo fi mitti .
Warri Semitic kuni yoo lafa Oromo harka isaa nitti yoo bayee , jireenyi isaani gaafi jalaa tti wani kufuu fi , halkani guyyaa qabsoo godhuu akka harka isaa nitti hin banee (lafti Oromo).Kanaafuu namaa gurraachaa jedhani siirba sirbuu .AKKA MI'EEFAATANI MIIDHANI WARRA SODDAA LIQEEFAATA. AANGOO OROMO KENUU HIN BARBAADANI . AKKA WANI OFI TTI QULLAA KA'uu jedhani. Trade mark (Ethiopia)isaani dhifnee OROMIYAA keenya jabaanee ijaaruu nura jira . kani warra semitic daandiini , daandii daljeessa tti , gonkii isaa QAALLA dha . DHUGAANI KEENYA HIN MOONA