HANQAAQUU GOOGGORI YOO HANDAANQOO HAMAACHIISSAANI MAALI TAHAA ?
Gafi tokko ottuummani deemu caakaa keessaatti hanqaaquu googgori haargee. Achuummaani hanqaaquu caakaa keessa guurre fidee handaaqoo hamaachiisse . sana bodee handaanqooni cuucii faalaafaalitee .
Gafa cuuciini guudaataani , durra dalaa gubba quubaatuu , gafa lammafaa googgorini akkumma jiraanitti caakaatti badaani .
kuni maali ibssa yoo jenee ? Ilmooni bineenssa , bineenssuummaa . amma fetee handaanqooni hamaatee guudiftee , isaa bineenssuummaa ofii hin dagaatuu . kaanaafu, GAFA GUUDAATAANI CAAKAATTI BADUU .
Akka googgorini idoo ofii yadaatee dhiigni harkissu , Waayyaaneeni waggaa 20 tti ummata Oromo , kanuummaa isaa dhuugdee , kanuummaa isaa nyaatee debfitee , ajjeessa jirti .
Waayyaaneeni yerroo dargii wajjiini wali warranaani , HAWUUZEE Idoo jedhaamutti namaa sanii bayyee dhiiga dhangaalaassani. Waayyaaneeni kani sabaa ofitti hin tolee tuu , sabaa Oromo tti tooltii jenee eegnaa .
Qabsoon ummata Oromo itti fufaa .

Citani tokko manna keessa yoo luqiftee manni Citaa tokko jedhee hin dhimsuu , citaa tokko manna keessatti yoo dhiftee , manna dhimuu hin dhoowwu.
ОтветитьУдалить