DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI
Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu .
Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani .
Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU .
SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA .
FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI .
MAALI FI YOO JENEE ?
AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE
ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE
ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE .
MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU .
FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE.
MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA.
Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani .
Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU

HAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU
ОтветитьУдалитьWaayyaaneeni gaafa daba yaadee Opdo maqaa Oromottni dhabdee , ABO aangoo irraa haritee . kunoo waggaa 21 xuxaatee hidaa aangoo qabaatee Waayyaaneeni, yerroo amma kana tti Opdoni (ergamtu diina) tuqaa (gurra heelmituu) Waayyaanee taate, dhala Oromo lafa irraa goonofaani, kani ajjeessani , kani manna hiidha tti darbaatani , kani biyyaa hariyaani = GENOCIDE AGAINST THE OROMO PEOPLE IN ETHIOPIA. Ata'uu malee ummani Oromo yoomu tanani diinatti harka hin keninee , ittu caalaa jabaatetti gara bilisummaa tti tarkaanfaachaa jira malee . Qabsoon ummata Oromo yerroo cimaa deemu kana , diini isaa , akka namaa bishaani nyaatee nafaa lubbu harkan hoomachaa qabachaa jiru akka wani issaani basuu .
Waayaaneeni durani dursee yerroo Opdo ofi keessa luqiisee faakaatti halkani dhabuu ifaa ta'ee akka dhimma issatti dhabee . amma kunoo hidaa qabsoon jabaatee Opdo meqaa gara Oromo kani dhufee , hin jirani jechuu dandaayamma.
Opdoni maqaa feeteni haa dhabaatu malee yerroo garagaalchaani eeshni Waayyaanee dha . yoomu tanani Opdoni ABO replace hin gootu.
KANAAFUU HAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU . Oromoni hin moyaa, diini Oromo (OPDO, Waayyaaneeni) hin baddi.
Этот комментарий был удален автором.
ОтветитьУдалитьHAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU

Qonqooni saree namaa gooteeti
ОтветитьУдалитьDarri hiyeessa NAMAA gooti
Akkanatti NAMAA tti burraqxii hajaa hundii , qonqooni biyee haa nyaatuu gaafa qani nyaachuni eeshii hin hafuu . Otoo diina jalaatti xinatani jiraachuu manna , mana duba raafu dhaabani isaa nyaatani Jiraachuu caalaa natti fakkaatee , HARKAN WAAYEE SAANYOO NAMAA DHANA .
Jabaachuu nurra jira, diina kokolfaa biyoo nyaachiisuu.
Namni garbumma jalaa ta'ee , gudina eeguu YOO jamma YOOKANI duddaadha .
Wali tumssuu nura jira AKKA yerroo warraabeessi re'ee eeshii tokko nyaatuu , eeshiini aftee haalalaa gurtuu AKKA hin tanee . hin soddaanuu , KARA CABEE HAA YAASSUU . diini yaahi bookee haa taatu
Geerarsaa
ОтветитьУдалитьWantni Ani hawwee Hafee
Hadhoo wali bira sadii
Hanoolee Kuudha sadii
Caffee eeshii mana gadii
Hadhoo wali bira sadii Loollani qoosaa bafaatu
Hanoolee kuudha sadii bona ganna rafaatu
Caffee eeshii mana gadii damaa itti takaalatu
Otoo akka garra kooti
Oromiyaani biyya kooti
Qeerrooni hiriyyaa kooti
Zawuugaani(Boojia) abba kooti
Kumsa(Lataa) haadhoo kooti
Argawu(Dinqaa) obboleessa kooti
Gootni Oromo fira kooti
Opdoni diina Kooti
Waayyaaneeni maali nagooti
Magaal Finfinnee kooti
Oromiyaani biyya kooti
Baalageeni maali nagooti
Siirba
Yaa arfaasaa Yaa birraa Sanii waaree gataatee
Maali abba saa iyyaa maalittu waayee na gatee
Oli bayee Gindoo (Gindberet) bullu
Asefa (maaracoo) yaa abba Tullu
Olii bayee Gaajii(Gincii) bullu
Mul'aata(abba jigissaa) yaa abba Mullu
Ulee bofani ajjeessani , adhaa sati jedhaaniti bofa wajjiini gatu
ОтветитьУдалитьWaayyaaneeni yerroo barbaadee boombii namaa jalaa keesseti , namooti bayyee akka ajjeeftee Wikileaks ibsee turee . Waayyaaneeni ofii boombii namaa jalaa keesseti kani kana hojatee ashabaari jette sooba turtee. Dhugaani dhookaatee hin afnee ifaa jalaa bayyeeti Waayyaaneeni saalphaatee .
Ijoollee Oromo kau nurra jira , maali fi yoo jenee ?
Ijoolleeni kani haati gabaa deemtee fi , kani haati duutee qiixee bowwu . Democracy duwwa otoo hin tanee , lafa Oromo nurra fudhatee . yoo amma boruti eegnee lafa Oromo qurxii dha hin arginuu . Tigreeni amma sanqaalaa ciirfaatee nurra kaka dha hin deebituu . holii muurtee gadii murtee warra hoollaati fi keeniti . akka lafa Gonder futee Tigray keenitee .
Ummatni Oromo wani itti ka'ee fu . Waayyaanee fi Opdoni akka namaa BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU , HOOMMACHAA(BUBBLES) HARKANI QABACHAA JIRU .
Diina OROMO ya'ii bookee taassifnaa . Tummani keenya itti fufaa
Lilmooni kani ofii seentuu malee, kani eeshii seenu hin argituu
ОтветитьУдалитьMeles Zenawi yerroo lammafaa warrana Waayyaanee Somalia ti eergee . Meles wanti eergee fi Ijoollee Oromo ( Oromo combat) barbaaduu fi . Akka Somalia keessati bilisaa baassa loolltuuni Oromo hin dhabaanee fi nuti wani booru tahuu hin beeknuu . Waayyaaneeni isaa funduura waggaa kudhaanitti yaadii . Kaanaafu achii Somalia tti kaati , Akka loolltooni Oromo hin jabaanee, dafteetti coorkaati baleessiti , akka guddatee booru hin hoorsinee .Waayyaanee asii Oromia keessa yoomu bawuu hin barbaadu. Lafa isaa gabaataa dhiftee achii dhagaa tti hin deebtuu .
Kani namaa dinquu seerii Meles Zenawi katabaamee jira ? Wani barbaadee hojaata .SAREENI MAALI FI EEGEE OFII HALAA BULCHIITI JENANI, HEESUUMMA JABAA ( YEYYI) CAAKKA JIRU OFII IMAANTEETI jedhaani .
Meles Zenawi sii akkuma saree eegee ofii halaa bulchuu , wanti inni ofii imaanee goftootaa saa warra angoo ti isaa fidee (America, England).
Biyyaa keessati kani Meles Zenawi dhiimma itti bawwu , RUBBER STAMP PARLIAMENT kani wani tokko hin yaadnee , kani Meles jenee duwwaa hojaatuu .
Meles zenawi biyyaa keessa ti yookani biyyaa Somalia ti otoo dhiiga namaa hin dhangaalaafnee hin oolu . Meles Zenawi dictator duwwaa otoo hin tanee ASHABAARI dha sii AKKA LILMOONI KANI OFII SEENTU MALEE , kani EESHII SEENU HIN ARGITU . Ijoollee Oromo ka'aa diina keenya hinjifaana hin jabaana , diina hin moona .
INDAANQOONI AKKA JEEDHANI JETTETTI , MANNA GADDI JETTE SEENTI
ОтветитьУдалитьWaayyaaneeni jireenya keenya , jireenya warra Europe ni Qixeesina jette. Gurri maa natii hiyaa jenani , isaa Waayyaaneeni jettu kana dhagawwu fi .
Ummata keenya kani waggaatti$365 argatu fi Europe kani waggaatti $ 30000 oli argatu , akkamitti wali qixeesuuni dandaayama ?
Indaanqooni manna yerroo seentu gaddi jettetti seenti , AKKA wani dheernii eeshi balbaallaa seenu dhowwuu .
AKKA HUUMNI eeshii BEEDARI (qarmamee, gulantaa) hin ba'uu ABJUNI WALAAMOO NAGADI AKKA JEEDHANI ta'ee.
Bullani turani Waayyaanee irraa wani bayyee dhageenyaa .
Yerroo amma Waayyaaneeni AKKA namaa galani nyaateetti , namni galani nyaatee nafaa lubbu harkani hoomachaa qabaata AKKA wani isaa bassu . Yerroo amma Waayyaaneen sii , wani qabatuu fi galakiftuu walaalitee .wani itti dhufee hundaa dubaati AKKA wani eeshii bassu. KANI warana jedhee fi, KANI barana jedhee hin oolu . Diini Oromo yaa'ii bookee haa taatu . Oromoni hin MOO'a
Mani gogaa harreetini Ijaaramee , gafa sagalee warrabeessa dhagaayee digamma.
ОтветитьУдалитьUmmata Oromo kani meshaa tokko harka hin qabnee, regime Meles Zenawi soodati . Akka malee Oromo sodaa guddina waggaa , waggaa dhani meshaa biyyaa halaati millyoona 1oo dollars bittu . Kuni hunduu akka ti Ummata Oromo sodaatani agarsissa . Waayyaaneeni amma funyaanitti hidhaatuu lee sodaa hin dhifnee . Waayyaaneeni sodaa guddina lafa wareerra jiriti . Yoo qotee bullani qawwee qabatee rebaniti harka fudhaatu . Oromoni klaashii tokko harka hin qabuu , kuni wanti ibsuu akka waayyaaneeni ilma Oromo sodaatu. uleeni daboroo dheeraa fi gudda dha .kani namaa dinquu jiru Oromo sammiteeti isaani meshaa bitee itti ni ajjeefitti . meshaa dargiini gatee deeme waayyaaneetu fudhaatee. kana hundaa hidhaatetti Oromo sodaatti .
Isaa sodaatuu fi hidhaa furrgaassa hin qabnee xaaxii . Waayyaaneeni isaa sodaatuu fi Ijoollee Oromo mana baroomssa tti reebdii . Fideral police (saree Waayyaanee) ijoollee Oromo akkanummani reebdii . kuni kani ibsuu akka eeshiini lukknaa taate . Ijoolleeni isaa itti ni qatabduu malee oomaa harka hin qabduu . Opdo (sareeni abba latee fi duuti) lafa warreerti , sodaa ofiitti ijoollee nu jalaa rukkuti . Kuni kani agarsissu akka Waayyaaneeni dhala Oromo sodaatuu .akka "ofifu duuti maa ofii huutti ". wani ilmi Oromo hin hojaanee , hojaate jechuuni TORCHE godhani namaa meqaa kolaassani akka jibichaa , diina gudda wajjiini jiranaa . wari kana hojaatani naga dhani sabaa keenya keessa jirtu . ergamtu diina kani ijoollee keenya kolaaftuu(fafaa gotu) akkamitti nagan ummata keessa jirati ? omaa nuu gamtee jechaa dha (quba afaan nuu ka'aani hin cininnu ?) . eergamtu diina kani namaa reebduu . shanni ta'aani tokko eeshii qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GODHANI GADDI DHISSU BARBAACHIISSA MALEE CALI jechuu mitti .
Dhu gaa ni keenya nuttu mo'aa.
WAAYYAANEENI, AKKA BOFA BUUTULEE ANNANI QABU SEENEE, YOO ANNANI BUUTULEE KEESSA JIRU DHUGEE , BUUTULEE KEESSA BA'UU HIN DANDAA'UU , YOO BUUTULEE KEESSA BA'UU BARBAADEE ANNANI DHUGEE SANA BUUTULEE TTI DEEBISUU TUU IRRAA JIRA.
ОтветитьУдалитьKunoo waggaa 21 ta'ee hidaa Waayyaaneeni huumnani lafa Oromo qabatani. Yerroo AMMA kana keessa tti jiruni ummani Oromo qabu harka walakaa KANI ta'uu Waayyaaneeni saamamee dhummee .
Waayyaaneeni daandii tolchiitee jeedhani KANI hoodeessani , otoo waggaa 21 keessa tti oolootaa isaani qallani nyaatani gogaa isaani lafa Oromo gubaa hafaani daandii dhissi , lafa OROMIYAA HUNDAA TTI GOGAA OOLAA HUFISUU DANDAA'MAA TUREE .
AMMA yoomi tti Oromoni ofi bulchuuni hawwi itti ta'ee hafaa ? Warri durii bosona keessa tti galani qullaa deemani lee har'a ofumma fi ofi bulchuu. Seeraani ofi jirachisuni Oromo duwwaa tti hawwi ta'ee .
AMMA YOOMITTI nutti hiyeessa NAMAA gudifnee, ofi AKKA NAMAA tti jirachuuni hawwi nutti ta'aa . AMMA yoomitti AKKA daayimmaa mataa hin banee ibidda bukee ormii harka qabee nuu dabaarsaa ?
Oromoni elite hin qabu jechaadha ? Yerroo obboo Liben kasse AMMA har'a Gawwutti maa ormi nuu bulchaa?
YOO nuu KEESSA tti RAATUU ( down) KANI Opdo dhalatee diina dindiilaa taatee , eeshii jeenetti rakkoo tti hafnaa ree .?
Waayyaaneeni isaa jiruu Oromo waggaa 21 saamee kana deebisuu tuu irraa jira , YOOKANI AKKA BOFA BUUTULEE ANNANI QABUU SEENEE ANNANI DHUUGEE , BUUTULEE KEESSA BA'UUNI RAKKOO ITTI TA'EE SANATUU ITTI DHUFA .JIRUU OROMO SAAMANI AKKA DEEBISANI UMMANI GAFAACHAA JIRA OTOO KEELANI WAAYYAANEE FI OPDO TTI HIN CUUFAAMNI .
Dhugaani KANI Oromo tti Oromo tuu MOO'a. diini Oromo hoofaa dhagaa tti bu'ee taati .
Geerarsaa
ОтветитьУдалитьBaadani baadeessa hin qabnee goosuu dha malee maali
Ilmi lammi hin gubaanee duutu dha malee maali
ilmi lammi hin butamnee joortuu dha malee maali
Irraa gaddee tokkoosee jajaaba seenee laata
mirgaa malee fookoreeni tajaaba seenee laata
lammataa qawwee hin bituu birr tokko taatulee
lammu Opdo hin ammanuu firra kankoo taatulee
Qeerroo ammantee hin dhabuu manjoo baqoo taatulee
Baroodee babaaroodee leencii Oromo baroodee
Abbani mirgaa baroodee gootni oromo baroodee
Otoo mataa goota naannoo itti marraani
Otoo mataa Sabona nannoo itti marraani
otoo mataa Qeerroo naannoo itti marraani
Otoo mataa lukknaa faandoo itti harraani
Otoo mataa Opdo faandoo itti harraani
Faandoo haagaasasi
Baroodee kormilee
Sii muruu ree yaa qooboo yaa qooboo afaan karaa
Sii furuu ree yaa lammi yaa Oromo afaan damma
Baleessa babaaleessa
Gooljii nuugii baleessa
jeechi Waayaanee quuftee biyyaa namaa baaleessa
Jeechii Opdo quuftee biyyaa namaa baaleessa
Tullu namaa qaarsisaa
kuuyuu namaa dhansisaa
uuduu namaa dhabsisaa
Waayyaanee fi Opdoni akka namaa BISHAANI NYAATEE NAFA LUBBU , HOOMAACHAA(BUBBLES) HARKANI QABAACHAA JIRU . akka nyaatamuu jalaa isaani bassu.
ОтветитьУдалитьArba bara cawee(seasonal diseases) fudhee , adaamsuu akka layoo tti ajjeesuudha . yerroo amma kana , nutti dhagaraa harka qabna , diina keenya( Waayyaanee fi Opdo ) hiddii qabee . jechani kiyoo seenani. Ijoollee yerrooni amma turee. yerrooni sabaa ofi kiyoo keessa bassani .inna diina tti mirgaa dibaatan yoomi ree dhiiroo ? haati eenyuu boocheetti, Haati eenyuu kolftti?
maalinoo maalini noo
katani qiileensi kuni
nyaatani bineenssi kuni
kani akka bubbee kaatu
kani harka bulleeni nyaatu
indaanqoo lamma hiyyee
weeni lamma koorsee
yerrooni waa nyaatani geese
namaa gala qabuu tti
yerrooni loolla geese
namaa garra qabuu tti
naa gala qaba mitti
naa garra qaba mitti
Waayyaanee yaa faarsaa
Opdo yaa faarsaa
haafi ammani sii faansaa
muka arbaani darraaree too
ilmaa abbaani abbaaree too
muka baalla hin qabnee too
dhirsaa nitti hin moonee too
biyyaa mitti biyii eeshii
biyyaa hantuutaa nyaatani
biyyaa abjuuni marraatani
hantuutaa nyaachuu manna
abjuuni marraachuu wayya
Gatirra zaafi jalaatti margee
ОтветитьУдалитьGatirran Afaan Oromo zaafin Afaan Ormaa (Amharic) . gatirran zaafi jalaati margee yoomuu yoo ta'ee hin guddatuu . wani jireenya barbaachisuu tokko hin argatuu .kani akka bifftuu , qileensaa hin argatuu . coopha zaafi tuu ruuri godhee guddinaa dhoowwa simultaneously zaafin wani jireenya barbaachiisuu hundaa argata kanaafuu akka guddaateetti itti fufaa non _ stop. namaa sii dhiibuu bukee hin teessu yookani ofi bira kaaftaa yookani bira kaata malee wajjiin hin teessu . wali bukee qabnee tti afaan keenya guddifnaa warri jetaan hin dogogoortuu . Afaan Ormaa afaan keenya maasaanuudha . guddinaa afaan keenyaa irratti gaddi qaba hojaata . Afaan keenya rubber dha . kana beekne akka afaan keenya tti gargaarramnee guddifnuu . kani darbee hin darbaatan. Dhugaan keenya hin moona .