Hodoowarree
GALMAA MELES ZENAWI TTI OOLAA MARRAMAARTOONI QABEE QALAMEE ?Meles Zenawi durani dursee ummata keenyani guyyaa tokko tti yerroo saddi AKKA nyaatani goodha jedhee turee, haa ta'uu malee saddi dhissi yerrooni tokko nyaachuni rakkoo gudda ta'ee .Meles Zenawi dimocracy ni kakatee aangoo tti haa dhufuu malee , eenyuu AKKA ta'ee mul'aatee .Bara 2005 yerroo ummani sagalee ofi dhowwatee sana ,aangoo ummatatti keenu mana jedhee NAMAA gara 200 oli ta'uu fixee . Aangoo AKKA hin Dhifnee guyyaa, guyyaani sobuu .Bari dheengadda Abbayii ijaara jedhani turani ,Abbayii ijaaru faraankaa dhabamee.Amma moo jireenya keenya , jireenya Europe wali qixeesinaa jedhee , kana yoomu tanani hin dandaayamuu, kanaafuu Meles Zenawi yoomu tanani aangoo hin galakisuu . Meles Zenawi amma lubbuni isaa jirtuu tti arga aangoo dabarsee hin keenu .LAFTI ITTI OOLAA MARRAMAARTOO QABDU QALANI DHISSANI DEEMUNI HIN DANDAAYAMMU, Meles Zenawi kana rakkaatee .LAFA ITTI OOLAANI MARRAMAARTOO QABDU QALAMTEE DEEMCHII RAKKISAADHA. NAMICHII KANA RAKKAATEE TTI WAGGAA 21 AANGOO IRRAA TA'AA.Dhugaani keenya hin moona .diini hoofa dhagaa tti bu'ee haa tahuu.
GALMAA MELES ZENAWI TTI OOLAA MARRAMAARTOONI QABEE QALAMEE ?
ОтветитьУдалитьMeles Zenawi durani dursee ummata keenyani guyyaa tokko tti yerroo saddi AKKA nyaatani goodha jedhee turee, haa ta'uu malee saddi dhissi yerrooni tokko nyaachuni rakkoo gudda ta'ee .
Meles Zenawi dimocracy ni kakatee aangoo tti haa dhufuu malee , eenyuu AKKA ta'ee mul'aatee .
Bara 2005 yerroo ummani sagalee ofi dhowwatee sana ,aangoo ummatatti keenu mana jedhee NAMAA gara 200 oli ta'uu fixee .
Aangoo AKKA hin Dhifnee guyyaa, guyyaani sobuu .
Bari dheengadda Abbayii ijaara jedhani turani ,Abbayii ijaaru faraankaa dhabamee.
Amma moo jireenya keenya , jireenya Europe wali qixeesinaa jedhee , kana yoomu tanani hin dandaayamuu, kanaafuu Meles Zenawi yoomu tanani aangoo hin galakisuu . Meles Zenawi amma lubbuni isaa jirtuu tti arga aangoo dabarsee hin keenu .
LAFTI ITTI OOLAA MARRAMAARTOO QABDU QALANI DHISSANI DEEMUNI HIN DANDAAYAMMU, Meles Zenawi kana rakkaatee .
LAFA ITTI OOLAANI MARRAMAARTOO QABDU QALAMTEE DEEMCHII RAKKISAADHA. NAMICHII KANA RAKKAATEE TTI WAGGAA 21 AANGOO IRRAA TA'AA.
Dhugaani keenya hin moona .diini hoofa dhagaa tti bu'ee haa tahuu.