среда, 2 мая 2012 г.

SIIRBA JAALALAA
YAA Rufee warra Meettaa(2)
maali tti jaalalaa beekta (2)
Badda Jaarsoo yaa lafa qoree(2)
nani sochoosini natti tolee(2)
yaa haadhoo yaa lafa qoree(2)
Abbatee abba Birrtuu (2)
Oolaani wani hootu dhabdee(2)
gaddi batee naa hiyytuu yoo wani naa gootu dhabdee(2)
Yaa ruffee yaa Rufee(2)
Abba fetee kenni ani qufee(2)
Abbayee yaa koloolla (2)
Yaa koloolla koo warri nuni loolla(2)

18 комментариев:

  1. Saree dhadhaani hin siifaawwu (hooqissu)
    Akka Oromoni jedhani, didaafi didii xaafini wadii hin taatu . maalifi yoo jenee? Ija shii xiixinoo dha , kanafu xaafi hin waaddani .
    Hojaa Opdo akkami akka tahee bayyee iraati dubanee . Opdo akka ummata Oromo garra ofiti Waayyaaneeti gurguurrtee Oromo hundaafi ifaa . Opdoni akka garra ofii malee gurra ofii hin ranfaatee . Oromo karsii ofii jette Waayyaaneeti mogaafitee .
    Yoomu tanani Opdo cuukko hin keninaa, maalif yoo jenee cuukko gurra malee quufaa hin nyaatani . cuukko gurra nyaataniti maacca gurra dubatuu . Cuukko quuffa hin nyaatani , maqaa nyaatu malee . Opdoni lammi ofii diinati gurguurtee garra shiiti jette . maqqa lammi gurra lammi garra ofiiti jette gatee . Opdoni wani gurra hin ranfaatee wani garra shii malee ,kanafu Opdo cuukko hin laanuu , baka cuukko BUUKOO itti keenu akka garra gutaatuu . garra ofiiti jetteeti Oromia fi Oromo gurguurrtee .
    Dhadhaani saree , cuukkoni hin Opdo sifaawwu .
    Opdoni caabsituu lammiti , Oromo Tigree jalaati mogaafitee . Ijoollee Oromo Qeerroo bilisummaa wajjiini jabaaneeti biyyaa keenya harka diinati baafnaa .

    ОтветитьУдалить
  2. Natti himi hirriyootaa kee , ati eenyu akka tateeni siti himma
    Dalijjeessa(OPDO) fi kanissa(Waayyaanee) walti miichee jeedhani .
    Dura kaniffni (Waayyaanee) maabarra baasse . kaniffni(Waayyaanee) inna maabarra bassu , Damma kuusse eege . Dalijjeessi(OPDO) maabarra dhuufee wallaallaa damma nyaatee . kana bodee dalijjeessi (Opdo) maali inni kani akaana mii'uu maaliira qoopheesitee jeedhe gafaatee ? Kaniffni(Waayyaanee) kuni huuddaani kooti jeedhe .
    achuumani dalijjeessi(Opdo) mana ofiti galee huuddaani ofi kuusse eege .gaffaa maabarra inna kaniffni(Waayyaanee) ka'ee mana dalijjeessa(Opdo) dhuufee FOOLNI HUUDDANI AKKA BIRATI XIRRAA'AA(bad smell).
    Sana bodee kaniffni(Waayyaanee) dalijjeessa(Opdo) hidee .achuumani inna dalijjeessi(Opdo) kaatu, qammaleeni muukaara teesse koolfitee,yaa dalijju(Opdo) AKKA MIICHUU GARA BADEE DHEENFAA HIN BAADNI BIISHAANTI JETTE . DALIJJEESSI(OPDO) BIISHAAN SEENE ,BIISHAAN KEESSATI DU'EE .
    Amma wanti OPDOni jeenu , akka miichuu Waayyaanee gara badee dheensu hin baadini . Otoo hin duukanaayini Waayyaanee irra fagaachuu tu irra jira . waayyaaneeti duggdaani garraagaluu baribaachiissa jeena . yerooni ummata ofi kiissani amma .

    ОтветитьУдалить
  3. HARREENi KANI QABUUFAANI DABAALAA JETTE TTI GALAANATTI FINCOOFTEE
    AKKA bara 1991 Waayyaaneeni gargaarssa AMERICA fi ENGLAND heeda angoo qabatee , wanti isaani dura hojataani Yoo jiratee , lafa OROMO harka ofi tti Galfaataani . Wanti Oromoni qabu jiru hundii harka diina tti galee .
    Fakkeenya fi yerroo amma gatni warqii huncii tokko (27 gramm) =1700dollars tahee.
    Gatni Warqii ibidda atahuu malee , jireenyii Oromo beela fi. Du'aa tahee.
    Walagaa, Guujii lafa sani IRRAA Warqii jirachuni ,bu'aa tokko hin argaanee .
    Warqiini gabba irraa tti harka sadii ami'uu malee wani tokko Oromoni bu'aa hin argaanee.
    Waayyaaneeni AKKA HARREE KANI QABUUFAANI DABAALAA JETTE , WARQII OROMO BILLINER AL MOUDI KENANI . AKKUMMAA HARREE WAAYYAANEENI ISAA QABU DABAALITTI, MALEE IJOOLLEE OROMO KANI BEELANI KUFANI HIN GARGAARRANI .ummani Oromo waggaa 20 alkani guyyaa saama jiru . Waayyanee fi Opdoni durii soreessa wani hin tureefu amma BAFIKAATEE jedhamu .
    Jiru Oromo harka ofiti galchaani wanti lafa Oromo irra jiru hunduu kani bandaa Waayyaanee tahee. kana hunduummaa Opdo ergamtu diina galatni agawwu .
    Wanti hunduu harka Waayyaaneeti galee , angooni harka Waayyaanee jira . Yerroo amma idoo hongeeni rukuutee Oromia keessa wani nyaata dhaabani beelani du'aa jiru .Waayyaanotini coomma muuraacha jiru .
    Waayyaanee fi Opdoni , akka harree kani qabu dabaluu malee , middle class fi hiyyeessa hin gargaarra ani . Ummani Oromo Qeerroo bilisummaa wajjiini jabaanee dhuulandhuula kokkee keessa ofi bassu nurra jira

    ОтветитьУдалить
  4. Geerarsaa
    Wantni Ani hawwee Hafee
    Hadhoo wali bira sadii
    Hanoolee Kuudha sadii
    Caffee eeshii mana gadii
    Hadhoo wali bira sadii Loollani qoosaa bafaatu
    Hanoolee kuudha sadii bona ganna rafaatu
    Caffee eeshii mana gadii damaa itti takaalatu
    Otoo akka garra kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Qeerrooni hiriyyaa kooti
    Zawuugaani(Boojia) abba kooti
    Kumsa(Lataa) haadhoo kooti
    Argawu(Dinqaa) obboleessa kooti
    Gootni Oromo fira kooti
    Opdoni diina Kooti
    Waayyaaneeni maali nagooti
    Magaal Finfinnee kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Baalageeni maali nagooti
    Siirba
    Yaa arfaasaa Yaa birraa Sanii waaree gataatee
    Maali abba saa iyyaa maalittu waayee na gatee
    Oli bayee Gindoo (Gindberet) bullu
    Asefa (maaracoo) yaa abba Tullu
    Olii bayee Gaajii(Gincii) bullu
    Mul'aata(abba jigissaa) yaa abba Mullu

    ОтветитьУдалить
  5. Qabani qaba hin guutu , galakisani bakee guti , wari har'a imimmmani naacha bochuu. Oromo ciqilee 40 lafa keessati hawaaLee isaani . Namni Oromo gurguuree isani . WANTI ISAANI ITTI NAGADANI QUBEE duwwa harka isaa nitti Afee . Dhibee Oromo isani . Qubee jedhuu qubni haadha sani cituu . Mee Opdo hidoo baayatu ilaalla? yerroo xinoo , gudda argani akka saree brifaatu.
    Maali barbaadu , Oromoni nuu duwwa dha jedhuu . Lafee namaa lakaWu , lafeeni isani haa cabu .
    ANI OROMO MITTI JEDHANI , WAAQAYYOO ISINITTI HAA HAGARSISUU. OPDO KANA JEDHAA ISAANI SII OPDO WAJJIINI KANA GOROORU . Lilmooni kani ofi seentu malee kani eeshi seenu hin argitu . AFAAN OROMO KANI ADOLESANCE LEVEL ARGAMU DHISS. AFAAN GUDATANI JEDHAMU FORMULA HIN QABU .WANI TOKKO HIN BEEKANI QUBEE JEDNHUU . FAFAA OROMO KEESSATI DHALATANI AFAAN QABDU HUDUUNI DUBATU . HUUMNI EESHII BEEDARI HIN ABJUNI WALAAMOO NAGADI . ITTNI ILAALLA OROMO , PHILOSOPHY OROMO KATAABEE, FUNDUURATTI KATAABA JIRA . AKKA DHADHAANI FIRA FAKKAATEE WAYAA BALEESSU . ISANI SII FIRA OROMO FAKKAATANI OROMO GARBAA TAASSISANI . AKKA QACEENI OFI GARAFEETI , OFI DEBISEE HIYYA . HOJAA ISANI hin DHABINI . EENYUU AKKA TA'EE BEEKU HIN DIDAANI ?

    ОтветитьУдалить
  6. Lilmooni kani ofii seentuu malee, kani eeshii seenu hin argituu
    Meles Zenawi yerroo lammafaa warrana Waayyaanee Somalia ti eergee . Meles wanti eergee fi Ijoollee Oromo ( Oromo combat) barbaaduu fi . Akka Somalia keessati bilisaa baassa loolltuuni Oromo hin dhabaanee fi nuti wani booru tahuu hin beeknuu . Waayyaaneeni isaa funduura waggaa kudhaanitti yaadii . Kaanaafu achii Somalia tti kaati , Akka loolltooni Oromo hin jabaanee, dafteetti coorkaati baleessiti , akka guddatee booru hin hoorsinee .Waayyaanee asii Oromia keessa yoomu bawuu hin barbaadu. Lafa isaa gabaataa dhiftee achii dhagaa tti hin deebtuu .
    Kani namaa dinquu seerii Meles Zenawi katabaamee jira ? Wani barbaadee hojaata .SAREENI MAALI FI EEGEE OFII HALAA BULCHIITI JENANI, HEESUUMMA JABAA ( YEYYI) CAAKKA JIRU OFII IMAANTEETI jedhaani .
    Meles Zenawi sii akkuma saree eegee ofii halaa bulchuu , wanti inni ofii imaanee goftootaa saa warra angoo ti isaa fidee (America, England).
    Biyyaa keessati kani Meles Zenawi dhiimma itti bawwu , RUBBER STAMP PARLIAMENT kani wani tokko hin yaadnee , kani Meles jenee duwwaa hojaatuu .
    Meles zenawi biyyaa keessa ti yookani biyyaa Somalia ti otoo dhiiga namaa hin dhangaalaafnee hin oolu . Meles Zenawi dictator duwwaa otoo hin tanee ASHABAARI dha sii AKKA LILMOONI KANI OFII SEENTU MALEE , kani EESHII SEENU HIN ARGITU . Ijoollee Oromo ka'aa diina keenya hinjifaana hin jabaana , diina hin

    ОтветитьУдалить
  7. HARREENi KANI QABUUFAANI DABAALAA JETTE TTI GALAANATTI FINCOOFTEE
    AKKA bara 1991 Waayyaaneeni gargaarssa AMERICA fi ENGLAND heeda angoo qabatee , wanti isaani dura hojataani Yoo jiratee , lafa OROMO harka ofi tti Galfaataani . Wanti Oromoni qabu jiru hundii harka diina tti galee .
    Fakkeenya fi yerroo amma gatni warqii huncii tokko (27 gramm) =1700dollars tahee.
    Gatni Warqii ibidda atahuu malee , jireenyii Oromo beela fi. Du'aa tahee.
    Walagaa, Guujii lafa sani IRRAA Warqii jirachuni ,bu'aa tokko hin argaanee .
    Warqiini gabba irraa tti harka sadii ami'uu malee wani tokko Oromoni bu'aa hin argaanee.
    Waayyaaneeni AKKA HARREE KANI QABUUFAANI DABAALAA JETTE , WARQII OROMO BILLINER AL MOUDI KENANI . AKKUMMAA HARREE WAAYYAANEENI ISAA QABU DABAALITTI, MALEE IJOOLLEE OROMO KANI BEELANI KUFANI HIN GARGAARRANI .ummani Oromo waggaa 20 alkani guyyaa saama jiru . Waayyanee fi Opdoni durii soreessa wani hin tureefu amma BAFIKAATEE jedhamu .
    Jiru Oromo harka ofiti galchaani wanti lafa Oromo irra jiru hunduu kani bandaa Waayyaanee tahee. kana hunduummaa Opdo ergamtu diina galatni agawwu .
    Wanti hunduu harka Waayyaaneeti galee , angooni harka Waayyaanee jira . Yerroo amma idoo hongeeni rukuutee Oromia keessa wani nyaata dhaabani beelani du'aa jiru .Waayyaanotini coomma muuraacha jiru .
    Waayyaanee fi Opdoni , akka harree kani qabu dabaluu malee , middle class fi hiyyeessa hin gargaarra ani . Ummani Oromo Qeerroo bilisummaa wajjiini jabaanee dhuulandhuula kokkee keessa ofi bassu nurra jira

    ОтветитьУдалить
  8. HARREENi KANI QABUUFAANI DABAALAA JETTE TTI GALAANATTI FINCOOFTEE
    AKKA bara 1991 Waayyaaneeni gargaarssa AMERICA fi ENGLAND heeda angoo qabatee , wanti isaani dura hojataani Yoo jiratee , lafa OROMO harka ofi tti Galfaataani . Wanti Oromoni qabu jiru hundii harka diina tti galee .
    Fakkeenya fi yerroo amma gatni warqii huncii tokko (27 gramm) =1700dollars tahee.
    Gatni Warqii ibidda atahuu malee , jireenyii Oromo beela fi. Du'aa tahee.
    Walagaa, Guujii lafa sani IRRAA Warqii jirachuni ,bu'aa tokko hin argaanee .
    Warqiini gabba irraa tti harka sadii ami'uu malee wani tokko Oromoni bu'aa hin argaanee.
    Waayyaaneeni AKKA HARREE KANI QABUUFAANI DABAALAA JETTE , WARQII OROMO BILLINER AL MOUDI KENANI . AKKUMMAA HARREE WAAYYAANEENI ISAA QABU DABAALITTI, MALEE IJOOLLEE OROMO KANI BEELANI KUFANI HIN GARGAARRANI .ummani Oromo waggaa 20 alkani guyyaa saama jiru . Waayyanee fi Opdoni durii soreessa wani hin tureefu amma BAFIKAATEE jedhamu .
    Jiru Oromo harka ofiti galchaani wanti lafa Oromo irra jiru hunduu kani bandaa Waayyaanee tahee. kana hunduummaa Opdo ergamtu diina galatni agawwu .
    Wanti hunduu harka Waayyaaneeti galee , angooni harka Waayyaanee jira . Yerroo amma idoo hongeeni rukuutee Oromia keessa wani nyaata dhaabani beelani du'aa jiru .Waayyaanotini coomma muuraacha jiru .
    Waayyaanee fi Opdoni , akka harree kani qabu dabaluu malee , middle class fi hiyyeessa hin gargaarra ani . Ummani Oromo Qeerroo bilisummaa wajjiini jabaanee dhuulandhuula kokkee keessa ofi bassu nurra jira

    ОтветитьУдалить
  9. Mani gogaa harreetini Ijaaramee , gafa sagalee warrabeessa dhagaayee digamma.
    Ummata Oromo kani meshaa tokko harka hin qabnee, regime Meles Zenawi soodati . Akka malee Oromo sodaa guddina waggaa , waggaa dhani meshaa biyyaa halaati millyoona 1oo dollars bittu . Kuni hunduu akka ti Ummata Oromo sodaatani agarsissa . Waayyaaneeni amma funyaanitti hidhaatuu lee sodaa hin dhifnee . Waayyaaneeni sodaa guddina lafa wareerra jiriti . Yoo qotee bullani qawwee qabatee rebaniti harka fudhaatu . Oromoni klaashii tokko harka hin qabuu , kuni wanti ibsuu akka waayyaaneeni ilma Oromo sodaatu. uleeni daboroo dheeraa fi gudda dha .kani namaa dinquu jiru Oromo sammiteeti isaani meshaa bitee itti ni ajjeefitti . meshaa dargiini gatee deeme waayyaaneetu fudhaatee. kana hundaa hidhaatetti Oromo sodaatti .
    Isaa sodaatuu fi hidhaa furrgaassa hin qabnee xaaxii . Waayyaaneeni isaa sodaatuu fi Ijoollee Oromo mana baroomssa tti reebdii . Fideral police (saree Waayyaanee) ijoollee Oromo akkanummani reebdii . kuni kani ibsuu akka eeshiini lukknaa taate . Ijoolleeni isaa itti ni qatabduu malee oomaa harka hin qabduu . Opdo (sareeni abba latee fi duuti) lafa warreerti , sodaa ofiitti ijoollee nu jalaa rukkuti . Kuni kani agarsissu akka Waayyaaneeni dhala Oromo sodaatuu .akka "ofifu duuti maa ofii huutti ". wani ilmi Oromo hin hojaanee , hojaate jechuuni TORCHE godhani namaa meqaa kolaassani akka jibichaa , diina gudda wajjiini jiranaa . wari kana hojaatani naga dhani sabaa keenya keessa jirtu . ergamtu diina kani ijoollee keenya kolaaftuu(fafaa gotu) akkamitti nagan ummata keessa jirati ? omaa nuu gamtee jechaa dha (quba afaan nuu ka'aani hin cininnu ?) . eergamtu diina kani namaa reebduu . shanni ta'aani tokko eeshii qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GODHANI GADDI DHISSU BARBAACHIISSA MALEE CALI jechuu mitti .
    Dhu gaa ni keenya nuttu mo'aa.

    ОтветитьУдалить
  10. OLI DEEME GADDI DEEME FAANI WALITTI MEQAA JEENANI ? EESHII CIQCIIQIDHAA LAFA GEESE DHUFTEE HIMI. (KOOTEE FARDA LAKOOFSSI HIN FIXUU (infinitive)
    Maali fi wari tokko tokko yerroo amma maa Itoophiyaa jedhani boowuu YOO jenee maqaa Itoophiyaa ttini , kara lafa jalaatni LAFA OROMO AKKA BARANI MURANI, MURANI FUDHACHUUFI , AKKA wello hojaatani . Kamisse duwwa tuu hafee Oromoni otoo teenyee waaqayyoo kadhaanuu lafa hundaa nura fudhaatuu(ijoo baleessu)
    FAKKEENYA FI GOJJAM KEESSA , WELLO KEESSA HIDOO DURII OROMONI JIRATANI AMMA HAR'a tti lafti maqaa Oromottni wammamma jiru , kuni KANI ibsuu wani tokko , Amaaraani bal'aa ta'aa Deemu . Oromoni xinachaa deema . hijaarani Itoophiyaa kanani dhuumma.wari Itoophiyaa hijaaruu deemnuu GALCHOONI OROMO AKKA MOOGA TA'EE BEEKU NURA JIRA . OROMONI LAFA MALEE HAFTI.
    KANI wari Itoophist jedhamani kuni hundaa caalaa hiyyaa jiru lafa Oromo KANI mii'eefatani. IJOOLLEENI Oromo wari Itoophiyaa jedhaani , rakkoo Sabaa Oromo tti dhufuu beekuttu irraa jira .YOO Oromoni lafa malee AKKA hafani YOO barbaanee , Itoophiyaa jabeesinee hijaaruu.YOO Oromiyaani AKKA jabaatu fi jiraatu yaadnee, Itoophiyaa hijaaruu dhissu.
    Maali fi wello biyyaa Oromo keessa Kamisse duwwaani hafee?
    YOO akkanatti itti fufee ,boru fi iftaan
    Kamisse Wello
    Kamisse Shewa
    Kamisse Welega
    Kamisse kefa
    Etc.
    Itoophiyaa KANI beeknu ,AKKA DHADHAANI fira fakkaatee wayaa baleessu . Jabeenyii Itoophiyaa Sabaa Oromo tti baddi dha . Itoophiyaani eenyuu AKKA hijaaramee beekammaa dha . Itoophiyaani kuni gubbani isaa damma keessi isaa adhaa irraa tolfaamee . Hawwi keenya biyyaa ofi gudisuu Oromiyaa ,wani ofi tti qullaa ka'uu.

    ОтветитьУдалить
  11. siirba jaalalaa
    Shaagari bayii gaddi ilaallii, hawaashi jiduu maali tuu ciisaa
    Mee qamaassi naa ilaallii damma kichuu maali tuu dhissa
    Abbayi Yaa abbayi tuu galani
    Jiba beekatee garani
    Yaa abbayi tuu sii neega
    Lafa qaxaroo sii beeka
    Yaa abbayi tuu Askaalaa
    Sii faani Bita kaatikaalaa
    Yaa abbayi tuu lasee koo
    Sii faani Gurguuraa namsee koo
    Anaa nyaatu qeeransi
    Gaba yaatu keessatti
    Booleni durii qamadi magarsaa
    Amma hayaari tuu irraa marsaa
    Xaafni tulla xaafni tulla yaa bubbee naa tullachiisi
    Karuu eeshii torbani lakaaye torbanu naa dhungaachisi
    Yaa waliina yaa Waliina
    Firri wali hin nanee diina

    ОтветитьУдалить
  12. DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI
    Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu .
    Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani .
    Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU .
    SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA .
    FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI .
    MAALI FI YOO JENEE ?
    AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE
    ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE
    ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE .
    MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU .
    FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE.
    MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA.
    Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani .
    Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU .

    ОтветитьУдалить
  13. Warrani Waayyaanee warrana keenya moo , warrana diinatti?
    Hubatani inna ilaallani shunbuurrani funyaani qabdi akka jedhamuu , Warrani Waayyaanee ummata kani dhabaate otoo hin tanee , ummata irraa kani dhabaatee, ummata dhitee namichaa tokkichaa duwwaa kani eeguu malee kani ummata eeguu dha dhabatee mitti . kuni jechani professional killer namichaa kanatti .milanaa Arusi keessatti namaa waaqa kadhatani otoo wani tokko hin baleesini , lafa ka'ani namooti bayyee ajjeesani , kani madeessani. WARRANI KUNI PROFESSIONAL KILLER TA"UU KANI HAGARSISUU , yerroo namaa ajjeessani KALAATI(adda) yookani QAARUU rukkuutu , akka bishaani hin qaqabnee dafee du'uu . akka tamaareeti qadassa jedhuu .Professional killer morma oli duwwa rukkuutu . warrani diina yaahi bookee haa tahuu .

    ОтветитьУдалить
  14. Waayyaaneeni ummata Oromo irratti warrana hin mul'aanee banee
    KANAAFUU

    maasaani gamma lafa hin baatu talbaa facaafaata taati
    tokko qotee , tokko hin nyaatuu walumm galafaata taati

    ОтветитьУдалить
  15. SIIRBA JAALALAA
    YAA Rufee warra Meettaa(2)
    maali tti jaalalaa beekta (2)
    Badda Jaarsoo yaa lafa qoree(2)
    nani sochoosini natti tolee(2)
    yaa haadhoo yaa lafa qoree(2)
    Abbatee abba Birrtuu (2)
    Oolaani wani hootu dhabdee(2)
    gaddi batee naa hiyytuu yoo wani naa gootu dhabdee(2)
    Yaa ruffee yaa Rufee(2)
    Abba fetee kenni ani qufee(2)
    Abbayee yaa koloolla (2)
    Yaa koloolla koo warri nuni loolla(2)

    ОтветитьУдалить
  16. IRBA JALALAA
    Yaa arfaasaa yaa birraa
    sanii warree gataatee
    maali abba isaa nani hiyyaa
    maali tuu wayee naa gatee
    yaa lasaa koo yaa lasaa
    haadhoolee dhiissi kani isaa
    holiqaa gamma yaa kaaloo
    holi naa gamma yaa hintaloo
    kaleesaa heleeni cabee heeda hagaabuu kooni bulle
    dhiirsaa kee sii nyaarree moo summa naa ganuu muree
    yaa lasaa koo yaa lasaa
    haadhoolee dhiissi kani isaa
    abbani Amaantee garba ,Amaantee ni garba mitti
    wanummaa naa gantee fi qabdaa naa gantee tti aftaa mitti
    otummani qotee qotee qamadii , malee hin qotuu
    otummani obsee obsee baalaali ija kee hin obsuu
    baalaali ija kuulaani morma eeshii maali cuuphani
    abchuu lagaa lagaa yaa sinaaraa goodarree
    lachituu nagaa nagaa maa shilaa naa gootarree
    Biyyaa Saarroo naadheeni tuu tokoossa kushee gangaalaatee
    Saarrooni sii lafummaa naadheeni sii namummaa jedhee badhaatti Jamaamaa
    Badhaadhaa Jamaamaa yaa ilma namaa

    ОтветитьУдалить
  17. Qonqooni saree namaa gooteeti
    Darri hiyeessa NAMAA gooti
    Akkanatti NAMAA tti burraqxii hajaa hundii , qonqooni biyee haa nyaatuu gaafa qani nyaachuni eeshii hin hafuu . Otoo diina jalaatti xinatani jiraachuu manna , mana duba raafu dhaabani isaa nyaatani Jiraachuu caalaa natti fakkaatee , HARKAN WAAYEE SAANYOO NAMAA DHANA .
    Jabaachuu nurra jira, diina kokolfaa biyoo nyaachiisuu.
    Namni garbumma jalaa ta'ee , gudina eeguu YOO jamma YOOKANI duddaadha .
    Wali tumssuu nura jira AKKA yerroo warraabeessi re'ee eeshii tokko nyaatuu , eeshiini aftee haalalaa gurtuu AKKA hin tanee . hin soddaanuu , KARA CABEE HAA YAASSUU . diini yaahi bookee haa taatu

    ОтветитьУдалить
  18. HAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU
    Waayyaaneeni gaafa daba yaadee Opdo maqaa Oromottni dhabdee , ABO aangoo irraa haritee . kunoo waggaa 21 xuxaatee hidaa aangoo qabaatee Waayyaaneeni, yerroo amma kana tti Opdoni (ergamtu diina) tuqaa (gurra heelmituu) Waayyaanee taate, dhala Oromo lafa irraa goonofaani, kani ajjeessani , kani manna hiidha tti darbaatani , kani biyyaa hariyaani = GENOCIDE AGAINST THE OROMO PEOPLE IN ETHIOPIA. Ata'uu malee ummani Oromo yoomu tanani diinatti harka hin keninee , ittu caalaa jabaatetti gara bilisummaa tti tarkaanfaachaa jira malee . Qabsoon ummata Oromo yerroo cimaa deemu kana , diini isaa , akka namaa bishaani nyaatee nafaa lubbu harkan hoomachaa qabachaa jiru akka wani issaani basuu .
    Waayaaneeni durani dursee yerroo Opdo ofi keessa luqiisee faakaatti halkani dhabuu ifaa ta'ee akka dhimma issatti dhabee . amma kunoo hidaa qabsoon jabaatee Opdo meqaa gara Oromo kani dhufee , hin jirani jechuu dandaayamma.
    Opdoni maqaa feeteni haa dhabaatu malee yerroo garagaalchaani eeshni Waayyaanee dha . yoomu tanani Opdoni ABO replace hin gootu.
    KANAAFUU HAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU . Oromoni hin moyaa, diini Oromo (OPDO, Waayyaaneeni) hin badd

    ОтветитьУдалить