воскресенье, 13 мая 2012 г.

Gaaji: Yoo guubatee( haari) Warraabeesi Leencani loolla ...

Gaaji: Yoo guubatee( haari) Warraabeesi Leencani loolla
...
: Yoo guubatee( haari) Warraabeesi Leencani loolla  Akka jeedhani nama lafee baassufi fooni lafee qaabu laatuu. bineenssaa keessa wanti akka...

5 комментариев:

  1. Siirba jaalalaa
    Ashaaroo afeele hoo ashaaroo midhani addi(2)
    Ambummani kajeele hoo Ambo Awarroo gaddi(2)
    Waatni hootee yaa jabbi(2)
    Maali nani godhni yaa qalbbi(2)
    Otoobisni Mammo kachaa Jimmaa bu'ee caaraatani(2)
    Maa boochaa maa dhangaalaata amma dhufa jaalatani
    Yaa waalina yaa waalina(2)
    Firri wali hin nanee diina (2)
    Abbayee jeneetummaa(2)
    KANI rakkaatee boondi keneetummaa (2)
    Agaari Tulluni argee KANI farda irraa ta'ee qawwee dhawwu(2)
    Sii tuu jaarsaa jaalatee kaini gogoorri yaa'ee laphee
    Gawwu(2)
    Abbayee Yaashii, Yaashii(2)
    Goota Oromo seete dhirssa eeshii(2)
    Abbayee baloo, baloo(2)
    Dhirssa kee sareeni nyaatee yaa hintaaloo.(2)

    ОтветитьУдалить
  2. HAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU
    Waayyaaneeni gaafa daba yaadee Opdo maqaa Oromottni dhabdee , ABO aangoo irraa haritee . kunoo waggaa 21 xuxaatee hidaa aangoo qabaatee Waayyaaneeni, yerroo amma kana tti Opdoni (ergamtu diina) tuqaa (gurra heelmituu) Waayyaanee taate, dhala Oromo lafa irraa goonofaani, kani ajjeessani , kani manna hiidha tti darbaatani , kani biyyaa hariyaani = GENOCIDE AGAINST THE OROMO PEOPLE IN ETHIOPIA. Ata'uu malee ummani Oromo yoomu tanani diinatti harka hin keninee , ittu caalaa jabaatetti gara bilisummaa tti tarkaanfaachaa jira malee . Qabsoon ummata Oromo yerroo cimaa deemu kana , diini isaa , akka namaa bishaani nyaatee nafaa lubbu harkan hoomachaa qabachaa jiru akka wani issaani basuu .
    Waayaaneeni durani dursee yerroo Opdo ofi keessa luqiisee faakaatti halkani dhabuu ifaa ta'ee akka dhimma issatti dhabee . amma kunoo hidaa qabsoon jabaatee Opdo meqaa gara Oromo kani dhufee , hin jirani jechuu dandaayamma.
    Opdoni maqaa feeteni haa dhabaatu malee yerroo garagaalchaani eeshni Waayyaanee dha . yoomu tanani Opdoni ABO replace hin gootu.
    KANAAFUU HAALOO FOONI DABAAQUULI HIN BASUU . Oromoni hin moyaa, diini Oromo (OPDO, Waayyaaneeni) hin baddi.

    ОтветитьУдалить
  3. NAMAA HIN LOOLLEENI DHEENFAA QORCHAA
    Wanti Oromo saba bira irraa wali hin fakkaanee, natti haa badduu , natti haa hafuu
    mee waaqa jenee , lafa jenee bira darbnaa jedhaa , isaa kana warri eeshiini semitic jedhamtuu kuni , kana akka dadhabii itti ilaalluni Oromo mataa keessa reebaa turani har'a sii reebaa jiru . gaddi qaba isaani yoo obsee dadhaabuu biyyaa fagatee gara ARUSI YOOKANI GARA BAALEE TTI GODAANAA TUREE.
    Ani hin qotuu jedhee bureeni
    Ani hin qotuu lafa Sidaamaa
    Ciqciiqii lafa Sidaamaa
    yookani birri tti naa caleessii
    yookani Baalee tti naqaajeelchii
    Burree gudda gafaa dheedheeruu
    Baalee tti galaa naa durra beenuu
    Akkanatti seena siirbani biyyaa ba'uu turee. har'a moo rakkooni ummata hin bayyatee malee hin xinanee. Amma TRADE MARK FOR SEMITICS THE SO CALLED ETHIOPIA jiru tti
    Oromo fi darbaani soba , maali fi yoo jedhee ? Hawaala Oromo gubba tti ijaaraamee Ethiopian kuni. Kani Ethiopia kana ijaaree warra semitic yoo ta'ee , kani ijaaraamee fi isaani fi malee , Oromo fi mitti .
    ETHIOPIAN OROMO DHA , KANI ABBA AJJEESSE ILMA TTI DARBUU . Ethiopia jechani balbaalaa Oromo cuufaa malee jiru, kani abbani argee seene namaa ajjeessu , namaa saamu , namaa hidhuu, isaa kana hojaatee kani hin gafaatamnee . otoo trade mark kuni jirachuu batee har'a Meles Zenawi akkanatti ijoollee Oromo lafa irraa hin duguuggu turee .
    durani dursee Ethiopian kani dhabaatee fi lafa Oromo irraa fudhaachuu dha .Oromo akka hafaa tti irraa deemu dha dhabaatee malee dhimma Oromo fi mitti .
    Warri Semitic kuni yoo lafa Oromo harka isaa nitti yoo bayee , jireenyi isaani gaafi jalaa tti wani kufuu fi , halkani guyyaa qabsoo godhuu akka harka isaa nitti hin banee (lafti Oromo).Kanaafuu namaa gurraachaa jedhani siirba sirbuu .AKKA MI'EEFAATANI MIIDHANI WARRA SODDAA LIQEEFAATA. AANGOO OROMO KENUU HIN BARBAADANI . AKKA WANI OFI TTI QULLAA KA'uu jedhani. Trade mark (Ethiopia)isaani dhifnee OROMIYAA keenya jabaanee ijaaruu nura jira . kani warra semitic daandiini , daandii daljeessa tti , gonkii isaa QAALLA dha . DHUGAANI KEENYA HIN MOONA

    ОтветитьУдалить
  4. Geerarsaa
    Wantni Ani hawwee Hafee
    Hadhoo wali bira sadii
    Hanoolee Kuudha sadii
    Caffee eeshii mana gadii
    Hadhoo wali bira sadii Loollani qoosaa bafaatu
    Hanoolee kuudha sadii bona ganna rafaatu
    Caffee eeshii mana gadii damaa itti takaalatu
    Otoo akka garra kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Qeerrooni hiriyyaa kooti
    Zawuugaani(Boojia) abba kooti
    Kumsa(Lataa) haadhoo kooti
    Argawu(Dinqaa) obboleessa kooti
    Gootni Oromo fira kooti
    Opdoni diina Kooti
    Waayyaaneeni maali nagooti
    Magaal Finfinnee kooti
    Oromiyaani biyya kooti
    Baalageeni maali nagooti
    Siirba
    Yaa arfaasaa Yaa birraa Sanii waaree gataatee
    Maali abba saa iyyaa maalittu waayee na gatee
    Oli bayee Gindoo (Gindberet) bullu
    Asefa (maaracoo) yaa abba Tullu
    Olii bayee Gaajii(Gincii) bullu
    Mul'aata(abba jigissaa) yaa abba Mullu

    ОтветитьУдалить
  5. Nama kokkobbi(fate) warrabeessa dhaalatee wani nyaachaa karra irraatti eega. nama kokkobbi harree dhaalatee ba' aa(load) karra irraatti eega .
    Bara 1991 Waayyaaneen kokkobbi ofii geedaratee . Durii, amma bara 1991 kokkobbi Waayyaanee kokkobbi harree turee . saana bodee aangoo qabatee lafa oromo bunaa warqii jiru Oromo hundaa ofii jalaatti galchuudhaan kokkobbi isaan geedaramee kokkobbi warrabeessa ta'ee .
    kani Oromo kokkobbin otoo hin geedaramin akkassummatti hafee.
    Jiru hin tufataan du'aa ni eeshii dha dhabu jedhaan .
    Jireenyii ummata Oromo Bara Waayyaanee ABBA AJJEESSEETI ILMAATI DARBAA. ( gadaddoon abbaa irraa Ilmaa tti darba)
    Oromoni yoo beel'ee lee mataan lafa hin ilaallu QONQOONI GORORRAA GAMADII jedhuu . yoo qonqoo tti gororra liqiimsitee waani nyaatee seeti jechuudha
    Kani Waayyaanee jireenyii akka damma mii 'ee Kani Oromo akka heexxoo adhaayee .
    Tokko garra isaa duwwaa halkan guyya kani hojaatee wari kani (Waayyaanee+Opdo) otoo hin hojaanee ta'an dafqaa namaa nyaatu .Jiruu Oromo saaman millionaire ta'an .
    Kokkobbi ummata keenya hin geedara . akka isaan kani ofii geedarranitti. dhiira jiru dhiirumma hin dhuunffaatani. Ijoollee Oromo jabaanetti diina moona . diini yaa'ii bookee haa taatu

    ОтветитьУдалить