среда, 2 мая 2012 г.

Yoo guubatee( haari) Warraabeesi Leencani loolla 
Akka jeedhani nama lafee baassufi fooni lafee qaabu laatuu. bineenssaa keessa wanti akka warraabeessa luukni hin jiru jeedhani . Haataahu malee iddoo warraabeessi jirraatu yoo leencii dhufee . Warraabeesi leencani loolluuti lafa ofitti du'aa.
Yaa Qeerroo Oromoo Warraabeesi leenca hin soodatu , nutti amma yoomitti teenyee rakkoo ummatafi du'aa Ijoollee keenyaNamni dabooroni namaa hin sodaatuu maali fi yoo jenee? Akkumma dabooroni ofi namaa soddatuu , namni bira wani isaa soddatuu itti fakkaataa, kanaafuu namaa hin soddatuu . Gara ofitni namaa gamataa jechaa dha .
Mee Waayyaanee ILAALLA , taka Somalia seenti, taka Sudan seenti oli gaddi kaati AKKA titisa wani hundaa keessa seenti. Abba argiteeni loolitti. 
Waayyaanee fi Opdoni taka Eriteria , taka Somalia isaani seexaana bassoo hiruu jechani , KANI hundanuu loolu .
Waayyaaneeni KANI ittni gageeFamma jirtu policy HITLER .
WAAYYAANEENI NAMAA HIN ULFEESITUU , AKKUMMA OFI NAMAA SODDATUU , NAMNI KANI WANI EESHI SODDATUU ITTI WANI FAKKATUU FI NAMAA HIN SODDATUU . LAPHEE OFITTNI NAMAA GAMAATTI JECHAA DHA .
Guyyaa guyyaani kanaafuu meshaa bitee tuultI , akka ofi NAMAA soddataani , namni kani isaani soddatuu itti fakaata kanaafii NAMAA hin soddanee malee Waayyaaneeni goota taatee mitti lukknaa .
Federal police (saree Waayyaanee ) Ijoollee keenya mana baroomsa tti qawwee otoo batani deemanu soddatani , tank dabaalatu. Kuni hundii kani ibsuu AKKA Waayyaaneeni Ijoollee Oromo soddatuu hagarsisaa.
Dhugaa jalaatee kana IJOOLLEENI Oromo siriisuu nura jira .
Yerroo Dargii inna warrani keenya Tigray keessa turee , KANI NAMAA bayyee ijoollee Oromo achiiti ajjeessani lafa isaani isaa dhagaa dha jedhanitti . Kunoo hidaa lafa Oromo isaa Warqii kana qabataani ganddii ofi hidaa nutti huurguufaatani nagani lafa Oromo irraa jiratuu namni isaani hin ajjeessu . Ummani Oromo gara nagattni rakkoo jiru HIKUU YAALA jira malee AKKA ummata TIGREE DHIIGA NAMAA DHANGAALAASSU TTI HIN KAATU . Namni kana mirkaansuu barbaaduu, 1)Oromo meeqa KANI Tigray KEESSATI du'ee ? 2)Tigree meeqa KANI Oromia KEESSATI du'ee ? Kana lachuu wali itti hakeekuuni hin dandaayaama. Ummata kami KANI warrana hawwuu, UMMATA KAMI KANI NAGEENYA HAWWUU , KANA DEEBI HARGAACHUU DANDEENYA JECHAA DHA .
DHUGAANI KEENYA NUTTU MOO'a. Diini hoofa dhagaa tti bu'ee haa taa'uu. ilallaa

5 комментариев:

  1. SIIRBA JALALAA
    Yaa arfaasaa yaa birraa
    sanii warree gataatee
    maali abba isaa nani hiyyaa
    maali tuu wayee naa gatee
    yaa lasaa koo yaa lasaa
    haadhoolee dhiissi kani isaa
    holiqaa gamma yaa kaaloo
    holi naa gamma yaa hintaloo
    kaleesaa heleeni cabee heeda hagaabuu kooni bulle
    dhiirsaa kee sii nyaarree moo summa naa ganuu muree
    yaa lasaa koo yaa lasaa
    haadhoolee dhiissi kani isaa
    abbani Amaantee garba ,Amaantee ni garba mitti
    wanummaa naa gantee fi qabdaa naa gantee tti aftaa mitti
    otummani qotee qotee qamadii , malee hin qotuu
    otummani obsee obsee baalaali ija kee hin obsuu
    baalaali ija kuulaani morma eeshii maali cuuphani
    abchuu lagaa lagaa yaa sinaaraa goodarree
    lachituu nagaa nagaa maa shilaa naa gootarree
    Biyyaa Saarroo naadheeni tuu tokoossa kushee gangaalaatee
    Saarrooni sii lafummaa naadheeni sii namummaa jedhee badhaatti Jamaamaa
    Badhaadhaa Jamaamaa yaa ilma namaa

    ОтветитьУдалить
  2. GALMAA MELES ZENAWI TTI OOLAA MARRAMAARTOONI QABEE QALAMEE ?
    Meles Zenawi durani dursee ummata keenyani guyyaa tokko tti yerroo saddi AKKA nyaatani goodha jedhee turee, haa ta'uu malee saddi dhissi yerrooni tokko nyaachuni rakkoo gudda ta'ee .
    Meles Zenawi dimocracy ni kakatee aangoo tti haa dhufuu malee , eenyuu AKKA ta'ee mul'aatee .
    Bara 2005 yerroo ummani sagalee ofi dhowwatee sana ,aangoo ummatatti keenu mana jedhee NAMAA gara 200 oli ta'uu fixee .
    Aangoo AKKA hin Dhifnee guyyaa, guyyaani sobuu .
    Bari dheengadda Abbayii ijaara jedhani turani ,Abbayii ijaaru faraankaa dhabamee.
    Amma moo jireenya keenya , jireenya Europe wali qixeesinaa jedhee , kana yoomu tanani hin dandaayamuu, kanaafuu Meles Zenawi yoomu tanani aangoo hin galakisuu . Meles Zenawi amma lubbuni isaa jirtuu tti arga aangoo dabarsee hin keenu .
    LAFTI ITTI OOLAA MARRAMAARTOO QABDU QALANI DHISSANI DEEMUNI HIN DANDAAYAMMU, Meles Zenawi kana rakkaatee .
    LAFA ITTI OOLAANI MARRAMAARTOO QABDU QALAMTEE DEEMCHII RAKKISAADHA. NAMICHII KANA RAKKAATEE TTI WAGGAA 21 AANGOO IRRAA TA'AA.
    Dhugaani keenya hin moona .diini hoofa dhagaa tti bu'ee haa tahuu.

    ОтветитьУдалить
  3. DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI
    Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma fe'ee yoo jabaa Ta'ee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) jedhuu .
    Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin tanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani .
    Wali galtee godhanee adda itti bu ' uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU .
    SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKUUBA .
    FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLEE JEDHUU MITTI .
    MAALI FI YOO JENEE ?
    AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE
    ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE
    ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE .
    MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU .
    FIRRI ISAA KUNI KANI DU'AANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE.
    MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA.
    Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli ta'ee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani .
    Dhugaani keenya nuttu mo'aa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU .

    ОтветитьУдалить
  4. Warrani Waayyaanee warrana keenya moo , warrana diinatti?
    Hubatani inna ilaallani shunbuurrani funyaani qabdi akka jedhamuu , Warrani Waayyaanee ummata kani dhabaate otoo hin tanee , ummata irraa kani dhabaatee, ummata dhitee namichaa tokkichaa duwwaa kani eeguu malee kani ummata eeguu dha dhabatee mitti . kuni jechani professional killer namichaa kanatti .milanaa Arusi keessatti namaa waaqa kadhatani otoo wani tokko hin baleesini , lafa ka'ani namooti bayyee ajjeesani , kani madeessani. WARRANI KUNI PROFESSIONAL KILLER TA"UU KANI HAGARSISUU , yerroo namaa ajjeessani KALAATI(adda) yookani QAARUU rukkuutu , akka bishaani hin qaqabnee dafee du'uu . akka tamaareeti qadassa jedhuu .Professional killer morma oli duwwa rukkuutu . warrani diina yaahi bookee haa tahuu .

    ОтветитьУдалить
  5. Warran Waayyaanee warrana keenya moo , warrana diinatti?
    Huubaatan yoo ilaalan shumburran funyaan qabdi akka jedhamuu Warran Waayyaanee ummata kani dhabaate otoo hin taanee ummata irraa kani dhabaatee ummata dhitee kani ummata Tigree duwwaa kani eeguu malee kani ummata Dhituu fi cunquurssu . kuni jechan professional killer Waayyaanee tti . kani warran Waayyaanee hojaacha jiru maali yoo jeenee ? Oromo garboomsuu lafa Oromo Oromo lafa gubba hari'e investor tti keenu . Arsi keessatti yerroo lamma namaa waaqa kadhaatan otoo waan tokko hin baleesin lafa ka'an namooti baay'ee ajjeesan kani madeessan. WARRANI KUNI PROFESSIONAL KILLER TA"UU KANI HAGARSISUU , yerroo namaa ajjeessani KALAATI(adda) yookani QAARRU rukkuutu , akka bishaan hin qaqabnee dafee du'uu . akka barree tti qadassa jedhuu .Professional killer morma oli duwwa rukkuutu . warran diina yaahi bookee haa ta'uu .

    ОтветитьУдалить